شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhanna’aa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

ÇáÈÜÏ ÇáÈÏÚ  ÇáÜÊì  íÌÜÈ  Çä ÊÜÊÜÑß ÚäÏ ÇáÜÒíÜÜÇÑÉ         

Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu

          

Qabrii nabi Muhammadiin xawaafun hin gayu. gara’aafii duddallee itti maxxansuun  hin gayu ..harkaan haqanii harka san dhungatulleen ni jibbama..inumaa adabni gaarin qabri’irraa fagaatuu .akkuma odoo gaafa isaan jiran itti dhuftee irraa fagaattu atti kana kan ulamaan irratti walii gale .Tanaaf jecha ba’aa warri waan beyne dalaguun gowwoomuu dhabuu.odoo hangamuu heddommaatanille’ee . wanni qabatan waan ulamaan je’e waan awaamafi warri shari’aa hin beyne karaa godhuu mitii .. qaallichi { fudeyl ilma iyaad } je’amu tokko akki je’e:

 { karaa qajeelaa deemi odoo namni isa deemu xiqqaatelle’ee

karaa  bada’arraa maqi, odoo namni isa deemu heddommatelle’ee }

Namni harkaan yookaa waan biraati qabrii qabatu’uutu irra barakaa qaba je’u yookaa yaadu wallaalaa je’ama .shari’aa wallaalatu akkas isa jechisiisa .Barakaan waan shari’aan dhufteen,kan ulamaan addeesse keessa jirtii mee akkamitti jallatee qajeelloo barbaada .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com